Wanti hundi yoo namaan adda qoodamte guutuu irraa ni hir'ata, gariin qabeenya keetii yoo qoodde walakkaa isaatti deebi'a jaalala malee, Jaalalli yoo facaafte dachaadhaan biqilaa xiinxalli.
ila
Namni gariin amalli isaa gaariidha,akka abbaan isa keessummeessetti keessummaahaaf,yoo tola itti oolan,tola namatti oola,yoo hammeenyaafi cubbuu irratti raawwatan murtiin isaa,keessa deebii akka hin qabne waan beekuuf tasgabbiidhaan jiraata.
Jaaloo
Waan kennituufi waan fudhattu sirritti adda baafadhu, jaalala kennitu jaalala fudhatta, jibba facaaftu jibbaan galattaa uf qusadhu.
Obbolaa
Ati xinneessaa kabajamuu,ati arrabsaa faarfamuu, ati dheekkamaa kuun obsuu qaba jettee yoo yaadaa ooltee bulte,mataan nagaa si hinqabuu beeki.
Haloo
Hujii Biznasaa keessatti,Scarcity,opportunity cost,Deman,Supply,Market equilibrium, inflation, GDP waan jedhantu jiraa,hawaasummaa kee keessattis barbaadi.
Yes
"Jaalala keessattis,The Power of repair,daily Rituals of connection, nurturing the foundation,mutual Respect and autonomy"waan jedhamu eeggadhu.
Koobaa Sammuu!
By Captain Sufian Ousman
@highlight
@yada_walif