@Awel_Hasen · 1.4K subscribers
Walaloowwan garaa keessanii ni argattu nu faanana tahaa! @Awel_Hasen Yaadaf 👉 @YaadafgaaffiBot
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Awel_HasenIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created July 29, 2022per Telegram
We have been tracking it since August 22, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Waan gaarii dhaga'aa Kunoo jechoota kuusnee Barruudhaan bu'aa buusnee As dhufnee jirra
#SIN_QUUFU_SI_FUUNFADHEE Kiyyaa koo kiyya jedheen Ormarraa si dhuunfadhee Dharraa sin ba'u anii Sin quufu si fuunfadhee Fooliin kee suusii ta'ee Dafii kottuu na ulii Qaamni kees dharraa baasaa Na Hammadhuutii bulii Qoosii kolfii taphadhuu Sukkuumii na gangalchii Fuulaaf foolii kee dhabnaan Koo O…
Waan gaarii dhaga'aa Kunoo jechoota kuusnee Barruudhaan bu'aa buusnee As dhufnee jirra
Guyyaatu dheerate Si arguuf dharra'ee Onneen si jaallatee Qalbiinkoos rarra'ee Akka hin quuqne sanyii Aramaa buqqisee Inkirdaada haamee Hundeesaas luqqisee Karaa darba keetii Daandiikee qulleessee Bakkati ooltee bultu Jaalalaan hundeessee Gufuu siin si danqe Gidiraafi eelaa Cinakee hin mittiqne B…
SIN JAALLA BILISEEKOO •••••••••••••••••••••••• Numan waama lallabaa Faana barruukee bu'ee Suman yaada galgala Yaada abjuukee du'ee ~ Nakeessaa mana qabda fooqa worqiin dhaabame Maarsariitii jaalalaa Urjii Tuutaan waamame ~ Mana kiyya luqqiseen ala keetiin ijaaraa Ija jaalalaa libseen Soba jibbaa…