Galgalaa'emmoo! - Biiftuun guyyaa dhokattee Mana ishee rafuuf galtee… — Walaloo keenya — TG.ME

Galgalaa'emmoo! - Biiftuun guyyaa dhokattee Mana ishee rafuuf galtee Urjiileen dammaqanii Bakkalchi weedduu maltee... Sururiin dukkanaa Dhufeera wal guuree Gulaantaa yaada koo Qarqabee abuuree! Morma koo qabadhuu Hidhii koo qabsiisii Siifan jiraa du'ee Qalbii na dhabsiisii! Ani yoo simalee Kan biraa hin barbaaduu Laphee koo qabadhee Sumaafan kan aaduu! Galgalaa'emmoo! #Join and #Share 👇👇👇 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤ ❤ @kuusaa_Walaloo_jaalalaa❤ ❤ @kuusaa_Walaloo_jaalalaa ❤ ❤ @kuusaa_Walaloo_jaalalaa ❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤

July 22, 2025 384