Lammata_nan_argitu Gidiraa keeti malee Kan biyyaa na baase Otoon si… — Walaloo keenya — TG.ME

#Lammata_nan_argitu Gidiraa keeti malee Kan biyyaa na baase Otoon si jaaladhu Miila koo gabaabse Amma fakkeessaadhaf Kennaa koo uuffata Maal taanan gad guurtee Akkas boraafattaa? Nan dagadhe hin se'in Gochaa kee isa hamaa Bifa kee yoo ilaalan Qabda bifa namaa... Diraamaa kees beekaa Akkeessaan kee addaa Yoona namni yaaddoon Dhiphatee siif gadda! Eegaatii yaa giiftii Lafti daaraa hin margituu An deemee fagaadheera Nagaatti na hin argitu🖐️ #Join and #Share 👇👇👇 #Join and #Share 👇👇👇 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤ ❤ @kuusaa_Walaloo_jaalalaa❤ ❤ @kuusaa_Walaloo_jaalalaa ❤ ❤ @kuusaa_Walaloo_jaalalaa ❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤

July 20, 2025 361