#SIN_QUUFU_SI_FUUNFADHEE Kiyyaa koo kiyya jedheen Ormarraa si dhuunfadhee Dharraa sin ba'u anii Sin quufu si fuunfadhee Fooliin kee suusii ta'ee Dafii kottuu na ulii Qaamni kees dharraa baasaa Na Hammadhuutii bulii Qoosii kolfii taphadhuu Sukkuumii na gangalchii Fuulaaf foolii kee dhabnaan Koo Onneen ni dallantii Si male an yoomiyyuu Eenyuunuu harkan fuudhuu Foolii kan kee dhageenyaan Hin rafu halkan guutuu Ulaa gad jedhee galeen An Gamoo dalgan yaabee Eessaa fidda yaa bubbee Mee foolii naman yaadee Funyaan kiyya foolii kee Fuuti fagoo gamattii Qaamni qaama kee bare Tasan siqu Namattii #Join and #Share 👇👇👇 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤ ❤ @kuusaa_Walaloo_jaalalaa❤ ❤ @kuusaa_Walaloo_jaalalaa ❤ ❤ @kuusaa_Walaloo_jaalalaa ❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤
SIN_QUUFU_SI_FUUNFADHEE Kiyyaa koo kiyya jedheen Ormarraa si… — Walaloo keenya — TG.ME
Forwarded fromKuusaa Walaloo Jaalalaa
August 3, 2025 640 23