๐๐๐๐๐ฉ๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐ช๐ช๐ฃ ๐ผ๐จ๐๐๐๐ฉ๐๐ ======================= Si jaalleen si argachuuf An bar meeqa rakkadhee Rafeen bule nagaadhaan An ergan si argadhee Giiftii seequun Aannanii Dammee Asheeta birraa Beektuuf hubattuu Miiraa Fayyistuu dhibee dirraa Yaada keef dhume kunoo Akka Amooleetti baqee Nan dhabe kan akka kee Gamanaaf gama dhaqee Kannaan taaneef bar meeqa Hidhamee gidirfamee Bareedduu jedhee martuu Siif sirbe didichamee Kuullee caaltuu maraa Giiftii Seequun Asheetaa Miidhagduudhaan hin ibsu Ajab yaa kee bareedaa Gorsaafii jechaa diinaan Hin gara galatu Narraa Miidhagduu seequun dammaa Yooman si ba'a dharraa Dhibee koof dhukkubsatta Ni darba Narraa sittuu Qabbaneessituu laphee Kan hunda dharraasiftuu #Join and #Share ๐๐๐ #Join and #Share ๐๐๐ โคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโค โค โค @kuusaa_Walaloo_jaalalaaโค โค @kuusaa_Walaloo_jaalalaa โค โค @kuusaa_Walaloo_jaalalaa โค โคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโค โค
๐๐๐๐๐ฉ๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐ช๐ช๐ฃ ๐ผ๐จ๐๐๐๐ฉ๐๐โฆ โ Walaloo keenya โ TG.ME
July 2, 2025 399