Namoota jireenya keessatti rakkachaa jirtan hundaaf: abdii hin kutatinaa. Yeroo ammaa keessa jirtan kun yeroo hundaa akkanuumati hin turu. Guyyaan gaariin ni dhufa. Ofitti amanaa, obsaa, tarkaanfii xiqqoo xiqqoodhaan gara fuulduraatti demaa. Ati waan ati yaaddu caalaa cimaa dha. 💪❤️ Abdiin kee hin du’in; boruun carraa haaraawa jira! Isin jallllllaaaaanaa hundaa keysaan🥰🥰
@yada_walif
August 31, 2026 41