Dubartiin haayaa qabdu ulfina qabdi. Haaya jechuun dadhabina miti… — Yaada waliif — TG.ME

Dubartiin haayaa qabdu ulfina qabdi. Haaya jechuun dadhabina miti. mallattoo iimaanaa fi kabaja ofii ti.👑🧕

Dubartiin of kabajju, daangaa isii eeggattu, Rabbii sodaattu fi amala gaarii qabdu yeroo hunda bareedina addaa qabdi. ♥️🌷

الحياء شعبة من الإيما
Qaanfiin damee iimanarrahii jedhe rasuulli ﷺ🤍💎

@yada_walif
August 24, 2026 60