Waa lama Tiyfannaan ati Kheeyrii keessa jirta. Sunis Arraba keetii fi… — Yaada waliif — TG.ME

Waa lama Tiyfannaan ati Kheeyrii keessa jirta. Sunis Arraba keetii fi Salaata keeti.😢
Rabbiin nuuf haa laffisuu 🤲🏻

Waan gaarii namnni tokko ittin si yaadatu yoo namaaf godhu dadhabde waan hamatu namnni Itti si yaadatu hin hojjatin hadaraa✍️
August 24, 2026 47