🌹Wallaahi hanguma feete osoo
waan tokko yaadde hawwite
dhabdeellee abdan rabbii keetirra
abdii hin kutin🥹.......<<<🤲
Maalif jennaan🤔
Guyyaa ati jettu tahuu baatus
Guyyaa rabbiin jedhee waan yaaddu
San argattee guyyaa gammaddutu jira inuma dhufa guyyaan sun bi'iznillaahi Ta'aalaa☝️❤️
Tika rabbii keessa naaf jiraadhaa🤌❤️🌹
@yada_walif
August 24, 2026 56