Hin jedhin rabbiin firraa na dhiisee Kanaaf rakkoo natti baay'isee… — Yaada waliif — TG.ME

♥️Hin jedhin rabbiin firraa na dhiisee
Kanaaf rakkoo natti baay'isee
Guyyaa milkii tiyyaa maalif narraa tursiise

Rabbiin guyyaa qabaa guyyaa sirraa
Jijjiiru cufa rakkoo keeti hunda sirra
Furuu 🤌

gaafa guyyaan ke gahu rakkootu
Jabaataa tokko keessaa baatu kan biraatu
Dhalataa 🤦

kuni mallattoo dha ati hin Rifatinii
Rabbiin kee siif jiraa garaa hin
Muratinii🥹
August 24, 2026 46