@Obs_A · 1.4K subscribers
Haqaaf haqaan moona. Gaaf-tokko Walabummaa koo argee gammaduun koo hafa hin qabu. #Oromia Shall be free.Ani Oromoo muslimaati,Saba kootiif Amantii kootiif nan qabsaawa.Waadaa jaallanii nan eega.!🖤♥️🤍 Channel kana irraa Seenaa hedduu bartu jedheen amana.
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Obs_AIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created September 18, 2022per Telegram
We have been tracking it since August 31, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Mukni tokko akkuma yeroo bonaa baala buufatu, waqtiin gannaa yeroo dhuftu baala deebifatuun waan hin oolleedha. Kanaaf, atis isa kanaan dura itti dadhabdee siif milkaa'uu dide, boru ni milkeessita. Isa arra argattee dhabde, boru ammoo isa caalaa dachaan akka argachuu dandeessu amanuu qabda. Addunya…
Baay'een si jaaladhaa Naaf hin qabdu gitaa Turii naaf jiraadhu warqiihuu siin bitaa Ati naaf hayyamnaan fudhadheen siin lixaa Ugaamoo? waaqni hin dhagayin kana🤣🤣
Akkam nagaa ooltee Intalaa abbaa kumaa Anii nagaa kootii Atii akkam nagumaa?😔😂 Nagaadha biyyi hin waswaasinaa.
Kan nuti barbaadamnu Yoo barbaachifne qofa, kana beeknee barbaadamaa tahuuf qabsaawuu qabna. #kanuma_Keenyas_Oluma
Jaalalleen simaa giiftiin jaalalaa mootummaan onnee...🥰 #Mylove🥀💍