Wal-igoo (Walaloo cigoo) “Ulaagaan ati lufte Jabaa ta’us dadhabaa… — Obsinaan Arsii — TG.ME

Wal-igoo (Walaloo cigoo) “Ulaagaan ati lufte Jabaa ta’us dadhabaa Silaas utuu dhuftee Ganamaan maal qaba!?” Jennaan: “Ganamaan nama hin amanu Kaleessa’n amanee jiile Ganamaan hin dhufu Atumti dhaqiif’illee!” Jette! Nan dhaqa moo nan hafa Ganamaanoo in rafaa! Lalisaa Indiris Adam

August 20, 2026 153