@Durseenaa · 7.2K subscribers
Maalummaa nama tokkoo isa sirrii kan beekuu dandeessu... waan barbaadu gaafa si biraa dhabeedha...! gaafa sana maalummaa isaanii isa dhugaa siif ibsu...!
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/DurseenaaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created March 8, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 16, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
🗳️ qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka FREE internet jedhuu tuqaa 👇👇👇👇👇
🎁 Kennaa qarshii 2000 Namoota yeroo amma online irra jiraniif 🔥🔥🔥 Daqiiqaa muraasa qofaaf kan turu GIFT bakka jedhuu tuqun Bana seenaa 👇👇
#How_Successful_People_Think kan barreesse John Maxwell kitaaba guddaa namni milkaa'uu barbaadu hundi dubbisuu qabuudha. Karoora hojii jireenya jijjiiran 10 kitaabicha keessaa kunooti: 1. Guddaa yaadi. Abjuu guddaa abjoochuu fi galma guddaa kaa'uu hin sodaatinaa. Namoonni milkaa'an waan guddaa …
@SearcheeBot
Abjuun Kee Si Malee Abbaa Hin qabdu. Waan dhabdu dhabdee Abjuu Kee Bira Geessa. Wantoota ati dhabdee abjuu kee bira gahuu qabdu keessaa har'a waan tokkon isinitti hima. ➡️1. Hiriyaa: Namni jiruuf jireenya isaa keessatti hiriyaa mataasaa ni qaba. Akka akka isaatti qixa irratti waliif ta'an garaagara…