Laalachuuhuu kanan dhaabu
Jaalachuu gaafan dadhabuu...
....
Kanaaf laalachuun koo;
Laallachuudhaa jaalachuudhaa
Cal'isuun koos hubachuudhaa
Laalaa saniin gubachuudhaa...
Sijaaladheen laalaa baree
Laalee argeen siif of dhabee
Bara hedduun siin himamee..
Naan lagattaa anuun yaadnee
Lagachuu kees ijaan argee
Laalaa saniif uf qopheessee
...
Ati garuu naan hanqattee
Nas baqattee simaaf taatee??
Hayyee mee!!
Rabbi jennaan ima taatii
Akki yaadaa hujiin taatii...
....💔💍🥀🥰
...
1July 23, 2026 287