@horainformation · 938 subscribers
Best Information
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/horainformationIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created June 4, 2024per Telegram
We have been tracking it since August 23, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Baga Bara Haaraan isin ga’e. Bara haaraa , bara haaromaa, bara milkii isiniif haa ta’u! Ayyaàna gaarii! @horainformation
Bu’aan qormaata kutaa 12 ffaa ifoomeera Haaluma kanaan 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. https://haurouja.net/4/6246757 https://…
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aat…
Qormaata dhabuun jireenya dhabuu miti. 📢Qormaata darbuuf dhiisuun jireenyakee borii hin murteessu. 📢Qormaanni murtee jireenyaa miti, adeemsa ittiin waa argatanidha. 📢Yoomiyyuu taanaan waa'ee isa darbee osoon taane waa'ee isa dhufuutti xiyyeeffadhu. 📢Warreen qormaata darbanii jireenya hadhooftuu …
#Kutaa12ffaa Bara kana bu'aa akkamiitu galmaa'a? Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 hara ni ifooma. Ministeerri Barnootaa waa'ee bu'aa qormaataa boru waaree booda ibsa ni kenna. Miidiyaa Haqaa Boru Ibsa ni Godha 👉Kanaan dura akka odeeffannoo Ministirri Barnootaa, Prof. Birhaanuu…