Itoophiyaa Ministeerri Maallaqaa meeshaalee kaffaltii sharafa alaa… — Hora official channel — TG.ME

#Itoophiyaa Ministeerri Maallaqaa meeshaalee kaffaltii sharafa alaa malee galchuu ilaalchisee Komishinii Gumurukaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu biroof saarkiyuulaarii dabarseera. Saarkiyulaari Kanaanis:- mootummaan tibbana kan ifoomse, fooyya'iinsa diinagdee guutuu maallaqa sharafaa alaa karaa gabaatiin akka murtaa'uu fi kunis karaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchuu isaa yaadachiiseera. Fooyya’iinsi kun meeshaaleen seeraan alaa biyyatti akka hin seenne dhorkaman, konkolaattota boba’aa fi meeshaalee nageenyaan alatti meeshaalee biroo, kaffaltii maallaqa sharafa alaa malee akka galfaman waan hayyamameef kunis hojii irra akka ooluu hubachiiseera. #MinisteeraMaallaqaa @horainformation

August 19, 2024 866