Du'a kahuu goofta keenyaa yesuus kiristos kan armaan gaditti siif laate hundi kun siifaa ta'uu Ameen Jedhii Fudhadhu 🙏🙏🙏🙏🙏
🌹Lalisii margi
🌹Bu'aa kee argi
🌹Gufattee hin cabin
🌹Hawwitee hin dhabin
🌹Dhabdee hin rakkatin
🌹Yaadee hin hanqatin
🌹Hojjattee hin kasaarin
🌹Dallantee hin aariin
🌹Jiruu keef hin gaddin
🌹Galma keef hin shakkin
🌹Sammuun kee hin dhiphatin
🌹Onneen kee hin rifatin
🌹Arrabni kee damma
🌹Garaan kee gamna
🌹Sammuu keef beekumsa
🌹Qaama keef eegumsa
Eebba kana Ameen💖💝💖💝💖💝💖💝❤️🔥💝❤️🔥💔❤️🔥💔🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏!!!! Jedhii Fudhadhu siif ta'aa hiriyoota keef baay'ee jaalattu 100f ergi
Isaan keessaa tokko yoon ta'e naafis qoodii dabalii🤎❣️❤️❣️❤️❣️❤️❣️❤️❣️❤️💟❤️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💚💚💚💚💚💚💚💛💛💛💛💛💛💛💚💚💚💚💚💚💚❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥💜💜💙💜💜💙💜❣️❣️❣️🩵🩵🩵🩵🩵💖💖💖💖💖💝💝💝💝💝❤️❤️❤️❤️❣️❤️❤️❤️❤️❤️
12April 13, 2026 1.8K 7