@Dhugaab · 1.3K subscribers
Dhugaa
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/DhugaabIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created November 28, 2021per Telegram
We have been tracking it since August 24, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
[media, no text]
Qofummaa koo!!! ~ Maaltu qofummaa caalee Gaafan waa'ee kee yaaduu Duraaniyyuu gowwaan ta'ee Gaafan siif dhukkubee aaduu! ~ Si jaallachuun maal buusaa Jaalalaa-foo hin qabduu bakkaa Namni dhugaa isaa si jaallatuu Yoomiyyuu si biratti yakkaa ~ Kanaafuu ani sirraa citeeraa Jaalala kees nan goolabee Utu…
[media, no text]
Onneen osoo dubbaatee Afaan immoo cal jedhee Alaan haguugee Keessaan si ibsuu fedhee Afaan koo Afaanin si ibsuu dadhabee Keessoo hoo akkasumaa? Gaaf gaafii cal jedhee Imimmaan koo qofat dhumaa Dirra dachee kana Homtu kan si ibsun jiruu Lubbuun osoo siif bahee Galata keen jijjiiruu Eegaa Jech…
🌹namoonii yaada kessan namoota jaalatan birran gahachu barbadan gara kesssan nu qunnama yaada kessan kan namoota isin barbadan birran isini geenyu ta'a @Esayas