Jaalala jechuun miiradha Dhiphina namatti toludhas Namni dhugaan… — 💞DJ Xalayyaa jaalala. — TG.ME

Jaalala jechuun miiradha
Dhiphina namatti toludhas
Namni dhugaan jaalate ni dhiphata garuu keessa isaa gammachuun dhokataa ta'e ni jira; jaalatamuu caalaa jaalachuun nama gammachiisa; sababni isaas onnee nama jaalatu qabaachuu keenya nuuf mirkaneessa.
Yeroo hedduu namni jaalala dhugaan nama jaalate olmaa isaa keessatti nama sana hedduu yaadaa oola
Ni dhiphatas garuu ni gammada!
Walii keenyaaf jaalala dhugaa haa qabaannu.

Gammachuu qabaadhaa

Nama jaalattan argadhaa!

Olmaa bareedaa qabaadhaa!

✍️✍️✍️@Esayas
👍17❤7
January 16, 2024 4.1K 3 24