@Dirree_beekumsa · 924 subscribers
JECHOOTA KAKA'UMSAA FI ONNACHIISOO ARGACHUUF.
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Dirree_beekumsaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created September 3, 2022per Telegram
We have been tracking it since August 26, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
OF AJJEESUU? Biyya keenya keessatti gochi of ajjeesuufi du'a suukkanneessaa tahe hedduu mul'ataa jira. Dhaloonni ammaa keessumaa dargaggoonni aarii xiqqoo ishee qabaannaan of balleessuu filatu. Kun maaliif ta'e jennee yoo ilaalle, inni jalqabaa abdii dhabuudha. Namni abdii, obsaafi amantii hin qabn…
SADII TAANA!. Hafuurri jaalalaa, duungoo keenya utuu hin dhaamsin, Utuu, duungoon aara bittimsee, ija abdii keenyaa, hin jaamsin. Ilaa akkana godhi! Rifeensakee natti marii, hafuurakee morma kootti dhibaafadhu! Gudeedakee natti diri! Daangaa sodaa natti tari! Harkawwan keen, mudhii kootti, …
Namni kun addunyaarratti dureessa 1ffaadha. Doolaara Ameerikaa biliyoona $850 caalaa qaba! Kaleessa akkas jedhe; "Qabeenyi gammachuu bituu hin danda'u namni jedhe sun dhugaa isaati, namichi waan dubbatu beeka ture" jedhe! Gammachuun maallaqa bira utuu hin taane Waaqayyo bira jira! Gad of deebist…
Isan..., Dheebuutti gaggabe Eeguutti dadhabe, Isan..., Fagoo laalee of qixeessee Abdii muruut as dhiyeesse, Akkan..., Si dhiisee hin deemne Fuul dura koo gortee Afaan qadaaddattee Na dura dhaabbattee, Mararteen na lolta! Garaa koo na corta! Ja…