Jaalala Koo Maaliif Goote Akka Warqee Cabee? Ituun Sijaaladhuun… — 💌Xalayaa Jalalaa — TG.ME

Jaalala Koo Maaliif Goote
Akka Warqee Cabee?
Ituun Sijaaladhuun
Jaalala Sirraa Dhabee.
Qabeenya Hin Oranne
Qabeenyi Koos Siture
Atis Narkaa Ba'uufi
Eessa Abbaa Koo Lixuree?
Anoo Kana Hin Seene
Kiyya Jedheen Silaalaa
Jaalalan Siif Qabaam
Waan Hundumaa Caalaa.
Anoo Yaadee Hin Beeku
Narraan Tokko Laaltaa
Seexana Maaliitu
Sitti Asaase Laataa?
Argee Si dhabuufii
Akka Abjuu Halkanii
Erga Wal Jaallatanii
Maali Gargar Bahuunii?
Sabboonummaa Keetin
Kanin Si Jaalladhe
Yoomuu Abdii Kooti
Jedheen Si foo'adhee
Har'a Maal Dhageessee
Dugda Natti Gatte
Waan Waliin Dubbanne
Akkamiin Dagattee?
Ilove You lubu Koo!!
❤12👍1
February 13, 2026 2.7K 9