✅Bu'aa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara 2018
Barattoonni qormaata xumura barnoota sadarkaa 2ffaa bara 2018 ykn Kutaa 12ffaa har'a, Hagayya 19/2018 (sa'aatii 1:00 halkan) jalqabuun bu'aa isaanii karaa armaan gadiitiin ilaallachuu danda'u:
👉 Marsariitiin: https://result.eaes.et
👉Teelegraamaan: https://result.eaes.et/telegram
👉 Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms
👉Barattoonni komii qabanis qaamaan deemuu utuu hin barbaachisin Hagayya 19 hanga 26, 2018 sa'aatii 10:00tti karaa weebsaayitii https://result.eaes.et/complaint irratti komii isaanii dhiyeeffachuu akka danda'an ministeerri barnootaa beeksisee jira.

1
1
1August 25, 2026 312 3