Dur Telegram kee 𝗟𝗼𝗴𝗶𝗻 gochuuf... koodiin 𝗦𝗠𝗦dhan bilbila kee irratti siif ergama ture.
Amma garuu Telegram tajaajila SMS dhaabeera.
Sababni:
Ethio Telecom qarshii guddaa nu gaafate jedhu. (Screenshot kana ilaali)
Kanaaf koodiin duraan karaa 𝗦𝗠𝗦 nuuf ergamaa ture gara 𝗘𝗺𝗮𝗶𝗹tti jijjiirame.
Kanaafuu:
Telegram kee irratti 𝗲𝗺𝗮𝗶𝗹 kee dabaluu qabdu.
Yoo 𝗲𝗺𝗮𝗶𝗹 itti hin daballe... akka tasaa 𝗹𝗼𝗴𝗼𝘂𝘁 yoo goote, deebitee 𝗹𝗼𝗴𝗶𝗻 gochuuf Telegramiin kee 𝗽𝗿𝗲𝗺𝗶𝘂𝗺 ta’uu qaba.
𝗣𝗿𝗲𝗺𝗶𝘂𝗺 gochuuf immoo TON ykn USDT qabaachuu qabda.
Odoo rakkoon kun si hin muudatin waan godhuu qabdu:
• Telegram kee 𝗲𝗺𝗮𝗶𝗹 waliin walqunnamsiisi
• Two-Step Verification enable godhi
• Password cimaa-yaadachuu dandeessu itti godhi.
Kana yoo goote Telegram kee rakkoo kanaaf hin saaxilamu.

2
1
1
1August 26, 2026 303 2