@Agariitulluu · 332 subscribers
Humna Xiqqaan Injifannoo Guddaa Nagaan Kunuunsa Nama Hundaa Gaafata
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/AgariitulluuIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created September 24, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 22, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
I am sharing 'Qajeelfamaa' with you
Gootichi too'annaa fincila Reejimantii Komaandoo godina Wallagaa aanaalee garaagaraa keessatti injifannoo gootummaa fi daangaa ofii irratti wareegama qaalii kafaluun sabichaa roorroo fi bittaa jalaa baasaa jiraachuun ni beekama kanaanis yeroo ammaa kana miidiyaan hawaasa hunda biratti nama beekamti …
GOOTICHII REEJIMEENTII KUMAANDOO DIINAA BARBAADEESSUU AKKUMAA ITTII FUFEE JIRA. Hagayyaa 02/2018 Qajeelcha poolisii To'annaa Fincila Oromiyaa Reenjimeentii Kumaandoo 11ffaa fi 12ffaa qindoomina qaamolee nageenya Humnaa waloo Godinichaa waliin ta'uun Godinaa Wallaggaa Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaana Ganda…
[media, no text]
Adooleessa 30/2018 Godinaa Wallaggaa Bahaa Bulchinsaa Magaalaa Angaar Guutee Keessaattii Qajeelchii Poolisii To'annaa Fincilaa Oromiyaa Reejimentii Kumaandoo 11ffaa Hojiiwwaan bonsaa hojjechaa turuu isaani ni beekamaa kanumaa irraa ka'uun Miseensotaafi hoggantootaa sadarkaa sadarkaan jiraan Dirqam…