Adooleessa 30/2018 Godinaa Wallaggaa Bahaa Bulchinsaa Magaalaa Angaar Guutee Keessaattii Qajeelchii Poolisii To'annaa Fincilaa Oromiyaa Reejimentii Kumaandoo 11ffaa Hojiiwwaan bonsaa hojjechaa turuu isaani ni beekamaa kanumaa irraa ka'uun Miseensotaafi hoggantootaa sadarkaa sadarkaan jiraan Dirqamaa irraattii Hojjii bonsaa Hojjetaniif Gudinaa Gonfaa ykn Gulantaa Kennaameeraf Akkasumaasi Halaa hojji walii galaa irraatti Hogaantoota fi Miseensota waliin Marii bal'aa Geggeessee jiraa. Waltajjiicha irratti argaamuun kan gaggeesssan Ajajaa reejimeentii Kumaandoo 11ffaa It/An/Kumaandaraa Masfiin Mulgeeta yoo ta'an Hoggaansi fi miseensi keenya sadarka sadarkaan jirtan hojjiwwaan Oppireshinnii gaggeefamaa turee Keessattii halkan fi guyyaa aduu,fi Qorraa osoo hin jeedhiin hojjii Nageenya mirkaaneessu Hojjechaa jiraachuu keessaanif Ummataafi Motummaa biraa galata guddaa qabdaanii jedhaan Akkasumaasi hojjii oppireeshiini gara fuula duraa gaggeesinuu keessatti Hoggaansi Itii Gafatamummaa itti keenamee bahuun miseensa isaa jalaa jiruu qindeessuu fi gootomsuun fareen nageenya hidhaatan Godinaa kan keessaa socho'aanis ta'ee Aanalee in of jalati qabatee jiru rakkoo nageenya umaan irratti qindominaa qamoolee nageenya waliin hojjeechuun tarkaanfii hadhawaa irrattii fudhachuun Nageenyaa hawasaa keenya eguu qabnaa jedhaani Dabalataniis Humna nama of harkaa qabnuu tursisuuf Hoggaansi sadarka sadarkaan jirtanif miseensi hundii ijaarsa miseensa gochuun Of harkaa tursisuu qabdan kan jeedhan ergaa isaan dabarsaaniru. Dhuma irrattis Dambii It/Bulmaataa Miseensaa Poolisii Oromiyaa Miseensotaa fi Hoggantootaa Reejimeentii 11ffaatti Dubbifameera Waltajjii Kan irraatti argamuun ergaa Dabarsaani It/An/Aj/fi It/Gafaatamaa Bul/Loojistikii Reejimeentii Kumaandoo 11ffaa Inspektera Galaanaa Quree akka dubbatanitti Dambii It/bulmaataa poolisii Oromiyaa kan mirgaa fi dirqamaa Keessaan bartaanii rakkolee kan duraa nuqunamaa turaanii hambisuuf Irraatti hojjechuu qabnaa jedhan akkasumaasi Hoggaansi keenya fi miseensi keenya Hojjii dirqamaa keessatti rakkinaa turee fi ciminaa turee addaa basuu bakkaa hanqinnii jiruu irrattii hojjeechuu sirreessuu kan qabdaan fi bakka ciminii jiruu itti fuufsisuu qabduu jeechun dhamsa isaani kan dabarsanidha HORAA BULAA DEEBANAA GALATOOMAA❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Adooleessa 30/2018 Godinaa Wallaggaa Bahaa Bulchinsaa Magaalaa Angaar… — Qajeelcha To'annaa Fincilaa Rejimantii Komaandoo 11ffaa Galaan — TG.ME
August 6, 2026 342