GOOTICHII REEJIMEENTII KUMAANDOO DIINAA BARBAADEESSUU AKKUMAA ITTII FUFEE JIRA. Hagayyaa 02/2018 Qajeelcha poolisii To'annaa Fincila Oromiyaa Reenjimeentii Kumaandoo 11ffaa fi 12ffaa qindoomina qaamolee nageenya Humnaa waloo Godinichaa waliin ta'uun Godinaa Wallaggaa Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaana Ganda Fandaqaa jedhamuun beekkamutti Gootichi Reejimeentii Kumandoo Gurmuu kannisaa Hojii Opporeshinii Bahame kessatti walitti bu'insa dhukaasa Diina Finxaaleyyi Amaaraa Faannoo jette of waamtu waliin Taasisee kessatti Tarkaanfii hadhaawaa keessaa deebi hin qabne kan irratti fudhatee yoo Ta'uu Diinootaa Baay'inni Isaan (47)ta'ani Du'aanii Kan Adabee fi meeshaa waraana garaa garaa kan irraa booji'eedha . Bu'aawwan wallitti bu'iinsa kana keessa argamaan. 👉 Diina finxaleyyi Ajjeefame (47) 👉 Kilaashii sadafii 01 👉Kilaashii Dachaa 03 👉 Kaartaa Kilaashii 14 👉 Rasaasa Kilaashii 129 👉 Boombii F1 02 👉 Hidhanno mudhiii 04 waliin kan Diina irraa hiikamee jiruu Fi Too'anna seera jala oolfamee kan jiruudha. HORAA BULAA DEEBANAA GALATOOMAA::❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
9
3