Rabbii....
Rakkatte itti dhuftu
Kan si furu rakkoo
Kan maqaan isaa hedduu
Inni garuu tokkoo
Kan naman gaaffanne
Godhuuf waan barbaade
Rabbii dhukkubsannu
Nurraa kaasu dhibde
Akka keenya laalee
Nutti hin jarjarre
Ma'asiyaa meeqantam
Arkee nu sattare
Ibiddaatu rooba silaa
Akka keenyaatiinii
Rahmata nuuf godha
Maqaan isaa Rahmaanii
Itti fuufa....
12
2
1July 10, 2026 1.9K 8