@Toltuumedia · 6.5K subscribers
"Yaa Hannaaan, Yaa Mannaan, Ya Sattaaar, Yaa khaffaar" Ah way yaa dilii too...😍 ♻️Share ✅ join💡 @Eymanjamaal Yaadaafi qeeqa qabdan https://t.me/eymanjamal
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/ToltuumediaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created June 7, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 17, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
« Sabaata qabaachuun; kennaa fii arjummaa rabbi ﷻ qofa irraa taateedha. Du'aa'ii Rasuulli ﷺ isii heddummeeysu kan " Yaa Muqallibal quluun sabbit qalbii alaa diinika" jettu sun sujuuda keetii fii kkf keessatti jabeeysii isii qabadhu.»ღ Safar 24,1448H
As wr wb
« Akka qalbiin tee tasgabbooytuu keessi kee haara galfataa siif ta'u yoo barbaadde wantoota lamaan kana qabadhu: 1. Rabbii kee ﷻ isa dhimmi kee hundi harka isaa jiru kan qananii isaa garagaraatiin si kunuunsee si guddisetti kheeyrii dalaguun wantoota haraam ta'an lakkisuun isatti dhihaachuu irratti…
Warra baranaa kan bara hedduu nuhaa godhu Alhamdulillaahi Rabbiif galanni haa gayu kan waggaa haaraya 1448 hijraan nugahe. Rabbiin keenya yeroo dabartee keessatti gaarii hojjanne nuuf qeebalee dogongora keenyaas nuuf haa dhiisu. Yeroo teenya tan hafte keessa barakaa nuuf kaahee kheeyrii duni…
« Guyyaan arafaa guyyaa bilisummaa guddaa duniyaa kanaati. Guyyaa ittiin garboonni lakkoofsa isaanii rabbi ﷻ malee namni tokkolleen hin beekne ibiddarraa itti bilisoomfamaniidha. Bilisa bahuun ibidda jahannam duraa rabbiin ﷻ bilisa nama baasuu caaltu jirtii?. Rabbiin ﷻ garboota san keessaa nu haa ta…