@baharOrotelegram · 24.9K subscribers
Of bari! Eessaa akka kaate Seenaa fi eelaakee Keessaas isa baate Gidiraaf beelakee Walaloo hunda argattuu Share fi Join godhaa waliif qoodaa Yaadaaf 👇 @baahar_Umar
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/baharOrotelegramIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created January 30, 2021per Telegram
We have been tracking it since August 20, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Utuun si barbaaduu Bifa dhabee daaree Taatee achiin haftee Miilla bakar waaree Si dhabuun anattii Madaa qubaa taatee Maalif yuusuu didee Bineensi si nyaatee Abdiidhaan si eeguu Ja'ee ganaa dhuftaa Moo akkuma salphaatti Deemtee achiin haftaa Waloon walooma keenya ✍️.. by @Baahar_Umar Gudd…
Biiftuu Oromiyaa Biqiltuu uumamaa Beektuu warra Maccaa Intala Tuulamaa Giiftii warra lixaa Mucaa Abbishee Garbaa Daandiitti na eegi Si dubbiseen darbaa Boontuu warra Shawaa Sanyii warra Daraaraa Mucaa safuuf duudhaa Haadha siinqee araaraa Boontuu waabee gamaa Warra Aliyyii Cirrii Ishee orma hawwu…
Mudhiin qabaan guutu Mormi taakkuu lama Naaf himi qomoonkee Maccamoo Tuulama? Garami teessoonkee Daseedhamoo Walloo Harargeedhaa laata Warra afran qal'oo Nagaan oolaamee Ummata jaalalaa😍 Walaloon kun itti fufam... ✍️.. by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. https://t.me/baharOrotelegram
Jirtuu?✋
Soorata kee ta'uu? Akka na cuffattuu Jaappoonii kee ta'uu? Akka na uffattuu..... Walaloo 💗jaalalaa Guutuu Waloo kanaa namoonni fidi jattaan yaada kannadhaa.... ✍️.. @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. https://t.me/baharOrotelegram