@OroTechGutee · 6.1K subscribers
Odeeffannoo technology kamiyyuu ni argattu Kanaafan filannoon Keessan Gutee tech haa ta'u
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/OroTechGuteeIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created April 4, 2022per Telegram
We have been tracking it since September 2, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
🔔 ODUU SAAYIBARII 🚨 Itoophiyaatti ji’oota 9 keessatti haleellaan saayibarii kuma 50 ol galmaa’eera! 💻⚠️ ✔️ Lakkoofsi kun haleellaawwan saayibarii bu’uuraalee misoomaa gurguddoo irratti raawwataman qofa kan agarsiisu yoo ta’u, yaaddoo nageenya saayibarii biyyattii keessa jiru kan mul’isuudha. 🛡️ N…
🔔 ODUU TEEKNOLLOOJII ✔️ Meta’n Instagram irratti sirna icciitii End-to-End Encryption (E2EE) dhaabuu isaa beeksiseera. Kunis, erga sirni kun dhaabbatee booda, chat dhuunfaa fayyadamtootaa akkuma duraanii icciitii cimaadhaan eegamuu dhabuu danda’a. Kana jechuun garuu namni kamiyyuu chat kee argachuu…
The must-have search engine for Telegram — Argo helps you precisely find the groups, channels, videos, and music you want!
🚨 AKEEKKACHIISA ARIIFACHIISAA! Dhiheenya kana Telegram irratti malleen gowwoomsaa fi akaawountii hattaniin saamuu garmalee babal'achaa jira. ⚠️ Saamttonni Akkamitti Nama Gowwoomsu? • Suuraa fi viidiyoowwan nama hawwatan fayyadamuun liinkii (link) ergu. • Ergaan kun nama hin beekne qofa irraa os…
Akkaa uumama harka namaa fakkeessuun kan hojjetame NEO'n, roobootii addunyaa keenyaa isa baay'ee ammayyaawaa ta'eera. • Ariitii namaa olitti socho'uu kan danda'u yoo ta'u, burcuqqoo harka isaa irraa kufuuf jedhu battalumatti qabatee baraaruuf dandeettii miiraa (sensory) olaanaa qaba. • Bishaan…