@mubarak_awel · 1.7K subscribers
"From the river to the sea,Palestine will be free'' 🇵🇸✌️
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/mubarak_awelIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created December 26, 2021per Telegram
We have been tracking it since August 31, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Haadholeen baayyeen Seeddoodhaaf Du'aa'ii godhaa jiru.
Rabii'i Al-Awwal 12ffaa Guyyaa akka harraa Nabiyyiin (saw) gara Aakhiraa deeman. Musiibaan guddaan addunyaa mudate. Aduun Guyyaa Sahaabotatti dukkanaa'e. Hubachiisa :- Guyyaa Ergamaa Rabbii (SAW) addunyaa kanarraa godaanan sababeeffachuun barruu armaan oliitti Ustaz Gali Ababor sa'aatii muraasa dur…
Jimmaa Abbaajifaar galma Hacaaluu Hundeessaatti Barattoonni barnoota ilmii islaamaa sadarkaa Ulamaatin gahan Torba eebbiiffamaniiru. Magaalaa Jimmaa keessatti guyyaa har’aa sagantaan guddaan fi kabajamaan Ulamoonni 7 Sunana waliin gahanii turan, Galma Yunivarsitii Jimmaatti haala bareedaa fi kabaja…
Guyyaa tokko osoo wal-gahiin Parlaamaatti gaggeeffamuu yeroon salaata juma'aa gaha, namni tokko barreeffama akkana jedhu ol qabee miseensota Parlaamaatti agarsiise. 👇 "Michuu fi jaalallee keenya yeroo hundumaa, Ergamaa Rabbii tokkichaa, Nabi MUHAAMMAD { ﷺ } ♥️ irratti salawaata buusaa" Hagayya 12…
#Anger_Guutee 😭 :- Yoo hin beekne baraa !! Angar Guuteen Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa jalatti argamti. Namni ati sagalee taatuuf uummata dhum*aa jiru sanaafi. Eenyutu aangoorra jira eenyutu bosona jiraa miti amma dhimmichi. Uummata kophaatti hafee, sagalee dhabee qe’ee isaarraa daguu*gam…