@kush_herbal · 9.9K subscribers
0928795750 0909316243
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/kush_herbalIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created March 15, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 27, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
[media, no text]
Mallattoowwan gurguddaan dhukkuba tiruu kan akka halluun ijaa fi gogaan keelloo ta'uu yokan (jaundice) fi garaan bokokuu dhiita'uu fi kkf kan nama irratti mul'atan yeroo baayyee erga tiruun miidhamee gara sadarkaa cirrhosis ykn kaansarii tiruu (HCC) ga'e boodadha yeroo hedduu sadarkaa kanatti furmaa…
kun mallattoo dhangala’oo tiruu hadhooftuu (Bile Salts) gogaa jala sassaabamuuti. 10. Miira ulfaatina salphaa garaa mirgaa gubbaa Naannoo tiruu: Akka waan tiruun gadi rarra'ee yokan fannifamee jirutt namtti dhagahama. Mallattoon kun miira dhiibbaa ykn ulfaatina salphaa garaa mirgaa gubbaa, bakka…
Mallattoolee Armaan gadii kunneen Tiruun gargaarsa barbaadaa jiraachuu fi rakkoon fayyaa jiraachuu agarsiisuu: 1. Dadhabbii Cimaa fi Walirraa Hin Cinne (Chronic Fatigue): Kun mallattoo dhibee tiruu isa dursaati. Namni dhibee tiruu qabu tokko yeroo hunda dadhabbiin itti dhaga’ama. Dadhabbiin kun bo…
[media, no text]