Forwarded fromJECHOOTA HAYYOOTA

#Wantoota_6_har'a_ofitti_himi! *** 1.Ani qaaliidha. 2.Haala har'aa keessaa boru nan baha. 3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha. 4.Jaalatamuun naaf mala. 5.Nagaafi gammachuun barbaada. 6.Ani dandeettii gahaa nan qaba. ☆☆☆☆☆ © Dr. Bulti Likisa (Bultoo),2023 #JOIN & #SHARE🙏 …
1June 5, 2026 1.8K