Na dhaggeeffadhu sirriitti. Wanti si mudatu eenyummaa kee hin… — MADDA BEEKKUMSAA🌳 — TG.ME

Na dhaggeeffadhu sirriitti. Wanti si mudatu eenyummaa kee hin murteessu; akka ati isaaf deebii kennituutu si ibsa. Ati Rakkoo kee caalaa jabaadha; dogoggora darbe hunda walitti ida'amuu isaa caalaas ati guddaadha.

Abbaan kallattii jireenya keetii situ Si'i; waan jijjiiramuu hin dandeenyetti hidhamaa hin ta'in. Ati loltuu callisaa, waraana keessoo keetii injifachaa jiruudha.

Mataa kee ol qabadhu. Ofii keetiif dhiisiifama godhi. Gara fuulduraatti tarkaanfachuu hin dhaabin.

━━━━━━━━━━━
@OROMOTOO
🥰4❤2
August 24, 2026 810 1