Hammeenya keessa keetti namaaf qabattee hin deemin, kufaatii hiriyyaa keetii hin hawwin, jiruu nama biraati hinaaftee hirriiba hin dhabin, nama si amane hin ganin, hamii namaatiin guyyaa dheeraa hin fixin, yeroo hunda bakka kaleessaa irraa tarkaanfii takka fuul duratti ja'i.
Yoo ati lubbuun jiraattee waggaa lamaan arraatti wanta karoorsite dhugomsuu baatte hin argita !
Halkan dansaa qabaadhaa 🫂🖤 @JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded fromJECHOOTA HAYYOOTA
8February 4, 2026 2.9K 1