Sagaggaalummaan dulluma umrii maleeti namatti fida.
Hin sagaggaalin bareeda kiyya, bareedina kee fi humna kee isa amma qabdu kana na duraa dhabdaa. Yoo haalli ittiin sagaggaaltu siif mijjate illee if qabi qashtii kiyya🥹🙏❤️ @JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded fromJECHOOTA HAYYOOTA
14February 4, 2026 2.5K 1