Suuraan Pirezidantii US Doonaald Tiraamp saantima abbaa doolaara… — Oduu — TG.ME

Suuraan Pirezidantii US Doonaald Tiraamp saantima abbaa doolaara tokkoo irratti mul'ateera. Pirezidantiin Ameerikaa lubbuun jiru suuraansaa wayita maallaqa biyyattiirratti ba'u kun jaarraa tokko keessatti kan jalqabaati.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0PdzWEa
BBC News Afaan Oromoo
Tiraamp pirezidantii jalqabaa US osoo lubbuun jiruu maallaqa biyyattiirratti suuraansaa ba'e ta'e
Suuraan Pirezidantii US Doonaald Tiraamp saantima abbaa doolaara tokkoo irratti mul'ateera. Pirezidantiin Ameerikaa lubbuun jiru suuraansaa wayita maallaqa biyyattiirratti ba'u kun jaarraa tokko keessatti kan jalqabaati.
September 3, 2026 137