Qorannoon haaraa bahe gosti dhibee busaa Itoophiyaa keessatti dhalate… — Oduu — TG.ME

Qorannoon haaraa bahe gosti dhibee busaa Itoophiyaa keessatti dhalate baayyeen isaa kan qoricha dandamatu ta'uu akeekkachiise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2nrRqMW
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti dhibeen busaa qoricha dandamatu "haala yaaddessaa ta'een babal'ataa" dhufe -Qorannoo
Dhuma baatii Adoolessaa keessa joornaalii saayiinsii beekamaa "Nature" jedhurratti qorannoon maxxanfame gosti dhibee busaa Itoophiyaa keessatti dhalate baayyeen isaa kan qoricha dandamatu akka ta'e ibsuun akeekkachiiseera.
September 2, 2026 428