Kongireesiin Ameerikaa sagantaa daldalaa qaraxa irraa bilisaa AGOA… — Oduu — TG.ME

Kongireesiin Ameerikaa sagantaa daldalaa qaraxa irraa bilisaa AGOA hanga Muddee 31, 2028tti akka itti fufu murteesseera.Haa ta'u malee, Itoophiyaan biyyoota saganticha irraa faayidaman keessatti hammatamuuf carraan qabdu ammallee mirkanaa'aa miti

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ij59cZ6
BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaan AGOA hanga 2028tti dheeressite, Itoophiyaan carraa itti deebi'uu qabdii?
Kongireesiin Ameerikaa sagantaa daldalaa qaraxa irraa bilisaa AGOA hanga Muddee 31, 2028tti akka itti fufu murteesseera. Haa ta'u malee, Itoophiyaan biyyoota saganticha irraa faayidaman keessatti hammatamuuf carraan qabdu ammallee mirkanaa'aa miti
September 3, 2026 477