Chaayinaatti lakkoofsi dhiirotaa kan dubartootaa miliyoona 30n caala. Sababa kanaan Chaayinoonni michuu jaalalaa (haadha warraa) argachuuf jecha gati baasaa jiru. Dhuunfaa isaaniitiin kanneen abdii kutatan ammoo dhaabbileen michuu gaa'elaa namaaf barbaadan filannoo isaanii godhataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dv79Jtm

BBC News Afaan Oromoo
Dhiirota michuu gaa'elaa osoo barbaadanii saamtota harkatti kufan
Chaayinaatti lakkoofsi dhiirotaa kan dubartootaa miliyoona 30n caala. Sababa kanaan Chaayinoonni michuu jaalalaa (haadha warraa) argachuuf jecha gati baasaa jiru. Dhuunfaa isaaniitiin kanneen abdii kutatan ammoo dhaabbileen michuu gaa'elaa namaaf barbaadan…
September 3, 2026 402