Bakka Tiraamp jiru maraa hin dhabamtu. Tiraamp Waayit Haawus gaafa jiru wajjin jirti. Xayyaara Pirezidaantiin Ameerikaa qofti ittiin imalu Air Force One dhaan gaafa biyya biraa deemus, namoota Tiraampif amanamoo waliin imalan keessaa tokko. Imala Tiraamp biyya keessafi alatti taasisu kamuu irraa hin haftu..
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/q6WDnJr

BBC News Afaan Oromoo
Nataalii Haarp: Dubartiin ergaa Tiraamp miidiyaa hawaasarratti maxxansu barreessuu dabalatee bakka maratti wajjin sochootu eenyu?
Bakka Tiraamp jiru maraa hin dhabamtu. Tiraamp Waayit Haawus gaafa jiru wajjin jirti. Xayyaara Pirezidaantiin Ameerikaa qofti ittiin imalu Air Force One dhaan gaafa biyya biraa deemus, namoota Tiraampif amanamoo waliin imalan keessaa tokko. Imala Tiraamp…
September 4, 2026 366