Hammaachaa dhufuu El Niinoo hordofee addunyaan "naannoo balaa haala… — Oduu — TG.ME

Hammaachaa dhufuu El Niinoo hordofee addunyaan "naannoo balaa haala qilleensaa hammaataa" keessa seenuushee barreessaa Olaanaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii /UN/ Antooniyoo Guteerez akeekkachiisaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KYrwpv1
BBC News Afaan Oromoo
UN waa'ee 'El Niinoo cimaa' yemmuu akeekkachiisu biyyoonnimmoo dhiibaa qaqqabuu danda'uuf qophaa'aa jiru
Hammaachaa dhufuu El Niinoo hordofee addunyaan "naannoo balaa haala qilleensaa hammaataa" keessa seenuushee barreessaa Olaanaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii /UN/ Antooniyoo Guteerez akeekkachiisaniiru.
September 4, 2026 223