Balaa lolaa Neeppaalitti mudateen turtii torban lamaan booda namoonni… — Oduu — TG.ME

Balaa lolaa Neeppaalitti mudateen turtii torban lamaan booda namoonni lama bo'uu humna ibsaa keessaa lubbuun bahuu hojjetoonni lubbuu baraaruu BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NIXHosO
BBC News Afaan Oromoo
Balaa lolaa Neeppaalitti mudatee torban lama booda namoonni lama bo'oo keessaa lubbuun baraaraman - BBC News Afaan Oromoo
Balaa lolaa Neeppaalitti mudateen turtii torban lamaan booda namoonni lama bo'uu humna ibsaa keessaa lubbuun bahuu hojjetoonni lubbuu baraaruu BBCtti himan.
September 4, 2026 231