Weellisaa Eebbisaa waggaa 30 dura bara 1996 erga ajjeefamee hanga… — Oduu — TG.ME

Weellisaa Eebbisaa waggaa 30 dura bara 1996 erga ajjeefamee hanga yoonaa haqi isaa hin baane jechuun harmeensaa himatu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JOuFw2h
BBC News Afaan Oromoo
Maatiin Eebbisaa ajjeefamuun isaa akkamiin jireenyasaanii akka jijjiire dubbatu
Weellisaa Eebbisaa waggaa 30 dura bara 1996 erga ajjeefamee hanga yoonaa haqi isaa hin baane jechuun harmeensaa himatu.
September 2, 2026 189