Abbaan Gadaa duraanii Booranaa Liiban Jaldeessaa uummata Oromoo… — Oduu — TG.ME

Abbaan Gadaa duraanii Booranaa Liiban Jaldeessaa uummata Oromoo, keessatti, Oromoo Booranaa biratti akka Abbaa Gadaa qofatti osoo hin taane, akka goota gameessaa, abbaa, gameessa siyaasaatti ilaalamu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FtzwQIM
BBC News Afaan Oromoo
Seera Daawwee haquu hanga duula waraanaa - Seenaa Liiban Jaldeessaa ittiin yaadataman shan
Abbaan Gadaa duraanii Booranaa Liiban Jaldeessaa uummata Oromoo, keessatti, Oromoo Booranaa biratti akka Abbaa Gadaa qofatti osoo hin taane, akka goota gameessaa, abbaa, gameessa siyaasaatti ilaalamu.
September 1, 2026 377