Aniisoo Muhaammad Abdullaa jedhama. Waraqaa irraa saamunaa qulqullina… — Oduu — TG.ME

Aniisoo Muhaammad Abdullaa jedhama. Waraqaa irraa saamunaa qulqullina qabu omishuun gabaaf dhiyeessuu dubbata. Hojiisaa kanaafis qaama dhimmi ilaalurraa beekamtii abbummaa itti argachuu hima.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/P5bF1zq
BBC News Afaan Oromoo
Dargaggooon saamunaa waraqaa irraa hojjate maal hima?
Aniisoo Muhaammad Abdullaa jedhama. Waraqaa irraa saamunaa qulqullina qabu omishuun gabaaf dhiyeessuu dubbata. Hojiisaa kanaafis qaama dhimmi ilaalurraa beekamtii abbummaa itti argachuu hima.
September 2, 2026 279