Iraan haleellaa US irratti gaggeessituuf deebii yeroo kennitu… — Oduu — TG.ME

Iraan haleellaa US irratti gaggeessituuf deebii yeroo kennitu biyyoota ollaashee si'a heddu haleeltetti. US deeggaruu hin dhaaban taanan, itti fuftee akka haleeltus itti kakatteetti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QWjNcX5
BBC News Afaan Oromoo
US haleellaa yoo itti fufte filannoowwan Iraan qabdu maalidha?
Iraan haleellaa US irratti gaggeessituuf deebii yeroo kennitu biyyoota ollaashee si'a heddu haleeltetti. US deeggaruu hin dhaaban taanan, itti fuftee akka haleeltus itti kakatteetti.
September 3, 2026 506