Diliin ati hojjattu hanga feetellee guddattu ,Salaata hin dhiisin… — Nashiida Mi'ooytuu™🎧 — TG.ME

“Diliin ati hojjattu hanga feetellee guddattu ,Salaata hin dhiisin, yeroo isii irraahis duubatti hin aanisin.”

"Musalmoonni Tokkolleen namni ⁧#Salaata_Lakkisu dilii hundaarra guddooti fi kabaa’ira akka hojjachutti jiru keessatti wal hin dhaban.

Diliin nama salaata lakkisuu dilii nama lubbuu baasuu (nama ajjeesuu), qabeenya saamuu, akkasumas zinaa hojjatu, ka waan namaa hatuu fi farshoo dhuguurra heddu guddoodha.
Namni salaata lakkisu adaba Rabbii, dallansuu Isaati fi salphina addunyaa fi aakhiraatiif of saaxileeti jira."

"Gurbaan salaata dhiisu nama waa hatuu fi zinaa hojjeturra hamaadha jachutti Ulamaan waliif galaniiti jiran . Intalti hin salaannees, isii zinaa hojjettu,ta hattuu fi ta farshoo dhuuydura hamtuudha."

Ergaa nama Salaata lakkisuuf..
Mana kee keessatti , magaalaa keessatti , biiroo tee kessatti fi bakka dalagaattillee yoo ta'e Salaati, kophaa keetillee tahu salaati ,kophaa kee salaatuutu oggu kuma dhibba Takka salaata guutumaan guututti dhiisuu ykn yeroo isii irraa duubatti tursiisuurra siif caala—!

Join 👇
╭┈─────────
╰┈➤ @bishaara_4
July 9, 2026 436