Guyyaa tokko beekuuf jiraatta...!
•Salaatni hirriba irra kan caalu ture... ati immoo ni rafte.
•Qur'aana qara'uun Rabbi biratti sadarkaa kee ol kaasa ture... ati immoo ni lakkifte.
•Azkaara ganamaa fi galgalaa qara’un jireenya keetiif barakaa dabala ture... ati immoo ni hifatte.
•Istighfaarri hulaa rizqii teetii siif bana ture... ati immoo ni irraanfatte.
•Hulaan towbaa yeroo hunda banaa turte... ati immoo hanga duuti si saamtutti booda aansite.
•Dilii ati lakkiftu cufti sababa furmaata rakkoo teetiiti turte... ati immoo dilii dalaguu keessatti daangaa dabarte.
•Ajajni Rabbii kan ati raawwattu hundi jannatatti si dhiyeessee, ibidda irraa si fageessa ture... ati immoo dantaa dhabde.
Aliyyi Ibnu Abii Xaalib yeroo “irra hedduun nama hirriiba keessa jiran ogguma duuti itti dhufte dammaqan” ja’u dhugaa dubbate..!!
Join 👇
╭┈─────────
╰┈➤ @bishaara_4
Forwarded fromBisharo Abdi official
August 10, 2026 244